Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira.

Agarsiisni raawwii hojii mootummaa waggoota shanan darbanii Biirolee fi dhaabbilee mootummaa qopheessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin dhihaate bakka Itti gaafatamaan waajjira paartii badhaadhinaa damee Oromiyaa obbo Kaffaloo Tafarraa dabalatee hooggantoonni olaanoo Federaalaa, Naannoo fi hojjettoota sektarootaatiin daawwatamaa jira.

  • 14
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 1 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 2 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 3 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 4 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 5 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 6 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 7 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 8 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 9 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 10 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Sagantaan Egzibiishinii imala jijjiiramaa MNO waggoota shanan darbanii daawwatamaa jira. - Image 11 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Hamilee fiixee:

Agarsiisni Raawwii Hojii Mootummaa Waggoota Shanan Darbanii Biirolee Fi Dhaabbilee Mootummaa Qopheessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin Dhihaate Bakka Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaloo Tafarraa Dabalatee Hooggantoonni Olaanoo Federaalaa, Naannoo Fi Hojjettoota Sektarootaatiin Daawwatamaa Jira.


Sagantaa agarsiisaa kana irratti biirooleen Oromiyaa fi dhaabbileen mootummaa milkaa’ina imala waggoota darbanii, waadaa ittiin dhugoomsaa turan kallattii garaagaraatiin agarsiisaaf dhiheessanii jiru.


Hirmaattonni sagantaa kana irratti argaman yaada kennaniin, agarsiisni akkasii imala jijjiiramaa fi raawwii hojii mootummaa keessatti mul’atan adda baasuun agarsiisaaf dhiheessuun kaka’umsa uumuu fi qulqullina hojii dabalu keessatti shoora guddaa qabaachuu ibsaniiru.



Oduu Walitti dhufeenya qabu
Password must contain:
At least 8 characters
At least one uppercase letter
At least one lowercase letter
At least one number
At least one special character (@$!%*?&)
✗ Passwords do not match

Jecha Iccitii kee haaromsi

Teessoo imeeylii kee galchi; liinkii haaromsaa Iccitii Jechaa siif ergina.