Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha! Obbo Kabbadee Deesisa

Sagantaa agarsiisaa fi egzibiishinii qopheessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatin qopha'e irratti Deetaa Ministeera Tajaajila Kominikeeshinii Federaalaa Obbo Kabbadaa Deesisaa ibsa miidiyaaleef kennaniin agarsiisni egzibiishinii raawwii MNO qindeessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin qophaa'uun dhuyaate,odeeffannnoo, imaammataa, tarsiimoo,karooraafi sagantaa mootummaa naannichaa beeksisuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhan.

  • 19
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 1 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 2 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 3 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 4 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 5 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 6 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 7 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 8 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 9 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 10 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Waggoottan shanan darbanitti imalli badhaadhinaa bara itti dhugoomedha!  Obbo Kabbadee Deesisa - Image 11 © Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa
Hamilee fiixee:

Sagantaa Agarsiisaa Fi Egzibiishinii Qopheessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatin Qopha'e Irratti Deetaa Ministeera Tajaajila Kominikeeshinii Federaalaa Obbo Kabbadaa Deesisaa Ibsa Miidiyaaleef Kennaniin Agarsiisni Egzibiishinii Raawwii MNO Qindeessummaa Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaatiin Qophaa'uun Dhuyaate,odeeffannnoo, Imaammataa, Tarsiimoo,karooraafi Sagantaa Mootummaa Naannichaa Beeksisuu Keessatti Shoora Olaanaa Qaba Jedhan.


Waggoottan shanan darbanitti  raawwiin gama diinagdee,sayaasaafi  hawaasummaan galmaa'e   boqonnaa haaraa  kan saaqe ta'uu

kan eeran Obbo Kabbadaan jijjiiramni gama  hundaan jiraachuu kaasuun, keessumattuu milkaa'inni damee qonnaatiin galmaa'e  fakkeenyummaa kan qabuufi seenaa biyya keenyaa gargaaramtummaarraa gara  oomishtummaatti kan jijjiiredha jedhaniiru.


Walumaagalatti agarsiifni kun jijjiirama naannoon Oromiyaa gama hundaan galmeessaa jirtu kan agarsiisu ta'uu eeraniiru.



Oduu Walitti dhufeenya qabu
Password must contain:
At least 8 characters
At least one uppercase letter
At least one lowercase letter
At least one number
At least one special character (@$!%*?&)
✗ Passwords do not match

Jecha Iccitii kee haaromsi

Teessoo imeeylii kee galchi; liinkii haaromsaa Iccitii Jechaa siif ergina.