Header
<

Aangoofi Gahee Hojii Biiroo

Biiroon Komunikeeshinii Oromiyaa seektera aangoofi gahee hojii labsii qaamolee raawwachiiftuu naannichaa gurmeessuuf caffeen mootummaa naannichaa baaseen kan aangeffamee dha. Labsii Qaamolee Raawwachiiftuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiidhaan Gurmeessuu, Aangoofi Hojii Isaanii Murteessuuf Qophaa’e, Labsii Lakkoofsa 242/2014 keewwata 31 irratti haala armaan gadiitti tarreeffameera.

Header