Header

Vision and mission

Ergama

Sirna komunikeeshiinii bu’a-qabeessa ta’e diriirsuudhaan mootummaafi ummata gidduutti wal-hubannaa gaarii uumuu

Mul’ata

Bara 2022tti ummata ejjennoo mootummaa irratti hubannoo sirrii argatee imala badhaadhina eegale arguu .

Dudhaa Mana Hojichaa

  • Dudhaa Mana Hojichaa haaraa
  • Madda odeeffannoo amanamaa ta’uu
  • Jijjiiramaaf dhaabbachuu
  • Dursanii argamuu
  • Heddummina kabajuu
  • Iftoomina qabaachuu
  • Ilaafi ilaameen hojjechuu (2-way communication)
Header