Header

About Oromia presedant office

Kilaastarri hojimaata isaa eegee turban lama lamaan sadarkaa koreetti, ji’a ji’aan ammoo seektarootaa wajjin hojii madaalaa deemuu akkasumas kurmaanaatti hojii madaaluun sadarkeessaa deemuun , ciciita tokko malee naamusa cimaan raawwachuu o Seektaroonni ji’a ji’aan gabaasa raawwii hojii biiroof yeroo isaa eeganii akka ergan gochuufi raawwii isaanii madaaluun biiroon kallatti akka kennu haala mijataa uumuu o Sadarkaa manneen hojiitti supparvizhinii geggeessuun hanqina dandeettifi humna raawwachisummaa irratti mul’atu adda baasuun hojii deeggarsa hojjechuu